Baqataa Koriyaa Kaabaa Koriyaa Kibbaaf loluu barbaadu

Ibsa waa'ee viidiyoo, Baqataa Koriyaa Kaabaa kibbaaf loluu barbaadu

Baqataan lammii Koriyaa Kaabaa garuu Koriyaa Kibbaatiif loluuf jedhu, sababii jaalala kubbaa milaatiin biyya ollaa galuu isaa dubbata.