Hoolonni fuula namoota akka adda baasan qorannoon tokko mullise

Ibsa waa'ee viidiyoo, Hoolonni fuula namoota akka adda baasan qorannoon tokko mullise

Namaan gaafa abshaala miti jechuu gaafa fedhan 'hoolaa' haalli itti jedhamu ni jira mitii? Omaa hin beektu jechuudhaaf. Qorannoon tokko garuu, lakki hoolonni akka yaadnu miti waa beeku nuun jedha.