Taphataa ergisaan joorurraa gara barbaadamummaatti of ceesise
Gara Cheelsii erga dhufee booda hanga eegame taphachuu dadhabuu isaatiin ergisaan kilabootarra jooraa kan tureefi dhumarrattis 'lafa kakuu qaqqabe' kan jedhamuu Moosis, amma kilabii Cheelsii keessatti warreen dhaabbiin hiriiran keessaa ta'uu danda'eera.