Saadiyoo Maaneen gaafa taphachuu baate kilabii fi biyyi isaa yeroo miidhaman mul'ateera

Ibsa waa'ee viidiyoo, Taphataa gaafa taphachuu baate kilabii fi biyy isaa miidhaman

Kilaba isaa Liivarpuuliif garee biyyaalessaa Senegaaliif ga'umsa baay'ee dansa kan agarsiise Maaneen, kaadhimamtoota Badhaasa BBC baranaa shan keessaa isa tokko dha.