''Kophee haxaa'ee qarshii argadhuun iatileetii guddaa ta'uun fedha''

Ibsa waa'ee viidiyoo, Atileetonni hojii kophee haxaa'uu irraa ka'anii iddoo guddaa ga'an waan jiraniif anis hawwiin koo akkasuma jedha Madihaaneen

Kophee haaxaa'ee galii argatuun kan of bulchu Madihaanee Haayile, qarshii achirraa argatu qusatee atileetii guddaa ta'uu barbaada. Shaakala isaas halkaniin ka'ee sirriitti hojjata.