Suraawwan filannoo Keenyaa gara garaa
Dursaan partii mormituu Raayilaa Odiingaa filannoo lammataa irraatti akka hin hirmaanne erga himanii booda deeggartoota isaaniin baatanii hin filatinaa jedhaniiru, Uhuuruu Keenyaataa ammoo lammiileen ba'anii akka filatan waamicha kan dhiheessani.



