Filannoo Keenyaa ija lammiilee Itoophiyaatiin

Ibsa waa'ee viidiyoo, Filannoo Keenyaa ija lammiilee Itoophiyaatiin

Naayiroobii keessatti lammiileen Itoophiyaa hedduu hojii adda addaa hojjetan jiru. Ofii filannoon amma taasifamuuf karoorfatame kun miira akkamii isaanirratti uuma laata?