Balfa namni gatu gara qarshiitti jijjiiruu
Dubreen umurii ganna 10 qofa taate kun waraqaa gatamu irraa boorsaa hojjachuun balfa namoonni gad-dhiisan gara galiitti jijjiiruun badhaasa garagaraa moo'achuu dandeessee jirti.