Mallattoowwan dhukkubbii kaansarii harmaa 12

Ibsa waa'ee viidiyoo, Mallattoowan dhukkubbii kaansarii harmaa 12

Baatiin Okolooleessaa yeroo Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa waa'ee kaansarii harmaa irratti hubannoo itti cimsu waan ta'eef, nutis kana isiin yaadachisuu barbaanna.