Akkamiin qaruuraan shaampuu fi hujjummoon plaastikaa lubbuu daa'imaa baraaruu danda'e?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Akkamiin qaruuraan shaampuu fi hujjummoon plaastikaa lubbuu daa'imaa baraaruu danda'e?

Akkamiin qaruuraan shaampuu fi hujjummoon plaastikaa lubbuu daa'imman addunyaa baraaruu danda'e? Baangilaadeshitti, Dr. Mohaammad Jobaayer Chistiin, meeshaa humna salphaan bitamuu danda'uufi daa'imman daranyoo sombaan rakkatan gargaaru kalaqe.