Dubartoota sababii adda addaatiin osoo hinbaratiin hafan

Ibsa waa'ee viidiyoo, Dubartoota sababii adda addaatiin osoo hinbaratiin hafan

Gayyeessota addunyaa hinbaratiin sadi keessaa lama dubartoota. Kanaafu, dubarriifi dubartoonni barachuun akka hindubbifnee fi hin barreessine maaltu dhorkee?