Dubartoonni maaliif barumsaan duubatti hafani?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Dubartoonni maaliif barumsaan duubatti hafani?

Adduunyaa irratti ga'eessota hin baranne 3 kessaa 2 dubartoota dha. Ofi shamarran fi dubartoonni baratanii, barreessuu fi dubbisuu akka hin dandeenye kan isaan dhorke maali?