Irreecha bara 2016: Battala gammachuun gaddatti jijjiiramte
Bara darbe hadha warraa isaa reefu wal fudhanii fi ulfa turte waliin ayyaana kana kabajuuf Finfinnee irraa gara Bishooftuutti kan imale Abdiisaa Booranaa, Onkoloollessi 2 gammachuu addaatiin bariitee gadda bara baraa na keessaa hin bane natti uumtee dabarte jedha.