Miseensonni paarlaamaa Ugaandaa umurii pireezidantii irratti waltuman

Ibsa waa'ee viidiyoo, Miseensonni paarlaamaa Ugaandaa umurii pireezidantii irratti waltuman

Daangessi umurii pireezidantii heera mootummaa biyyattii irra jiru pireezidantichi filannoo bara 2021 irratti akka hin dorgomne dhorka.

Pireezidantiin yeroo dheeraa biyyattii Yuweerii Museveeniin umuriin isaanii ganna 73 wayita ta'u akka seera biyyattiitiin ammoo namni ganna 75 ol ta'e pireezidantummaaf filamuu hin danda'u.