Jalabultii Ayyaana Masqalaa: Qophii Gubaa ykn Damaraa
Guyyaan jala bultiin Masqalaa guyyaa wantoonni kabaja ayyaanni Gubaa ykn damaraa ittiin kabajamu itti guutamuudha. Nutis qophii ayyaana kanaaf taasifamaa jiru ilaalchisuun suuraawwan kanneen qindeessuun isinii dhiyeessinneerra.




