Tisiisa dhahuun maaliif nu rakkisa?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Tisiisa dhahuun maaliif nu rakkisa?

Tisiisa rukuttee ajjeesuuf maaliif akka sitti ulfaatu takkaa yaaddee beektaa? Deebiin kanaa waan ija isaaniitiin walqabatudha.