Waa'ee laguu dubbachuun safuudha?
Biyyoota biraa keessattis laguu ilaalchisee himteen yookaan barmaanni hedduu jira. Odola gudditti Afriikaa Maadagaaskaar keessatti dubartoonni wayita laguu argan waanti hojjechuu danda'aniifi hin dandeenye kaa'ameefii jira.