Dhageettii dhabuun isaanii shubbisuu irraa isaan hin dhorkine

Ibsa waa'ee viidiyoo, Dhageettii dhabuun isaanii shubbisuu irraa isaan hin dhorkine

Gareen shubbisaa magaalaa Finfinnee keessaati argamu kun miseensota dhaga'uu hin dandeenye kan of keessatti qabudha. Muuziqaa osoo gurraan hin dhaga'iin rukuttaa uumamu qofaan shubbisu