Hattoonni obomboleettii da'oo godhachuun saaman kaameeraadhaan qabaman
Obomboleettiin Irmaa kutaa biyya Ameerikaa Maayaamii rukutaa ture salphachaa yoo dhufu, carraa kanatti fayyadamuun haattoonni guyyaadhaan saamicha taasisan ija kaameeraa keessa seenaniiru. Poolisiinis namoota hedduu to'annoo jela oolcheera.