Qorichi bookee goyyoomsuun ajjeesu hojiirra oolaa jira
Bookeen dhukkuboota daddabarsuun dhibee adda addaaf nama saaxilti. Qorattoonnis mala haaraa argganneerra jedhu. Qoricha urgaa abaaboo jaallattuun hawwatee ajjeesu kalaqaniiru