Daldala seeraan alaa qoricha qufaa dargaggoota Naayijeeriyaa gaaga'aa jiru

Ibsa waa'ee viidiyoo, Daldala seeraan alaa qoricha qufaa dargaggoota Naayijeeriyaa gaaga'aa jiru

Shirooppii qoricha nama adoochuun walitti makame dhuguun, dargaggoonni Naayijeeriyaa dararaaf saaxilamaa jiru. Qorichi kun dhandhama mi'aawaa waan qabuuf salphaatti araadaaf nama saaxiluun sammuu dhukkubsuurra darbee lubbuu dabarsuu danda'a.