Waraanni 'fuuluma beeknu nutti deddeebisaa jira'
Gareewwan Sudaan keessatti mormicha dura bu'ummaan gaggeessan keessaa 'Sudanese Professionals Association' ibsa Twitararratti baaseen, tarkaanficha qeeqeera.
To'annoon waraanni amma taasise kun fuuluma amma dura beeknuufi namootuma aangorra turan deebisee fide jedheera.
Ibsichi Afaan Arabaan
Barreeffamni kun qabiyyee [social_media-site]n dhiyaatan qaba. Tarii 'cookies' fi teknolojiiwwan biraa fayyadamuu waan danda'aniif, osoo tokkoonsaa gadi hin buufamiin dura hayyama keessan gaafanna. Osoo hin simatin dura Ximaammata cookies fi imaammata mateenyaa dubbisuu barbaadda ta'a. Qabiyyee kana ilaaluuf 'waliigaluun itti fufi' filadhu.
Xumura maxxansa X, 1

Xumura maxxansa X, 2