'Oromoon Ormaa dhiiga keenya, Obboleeyyan keenya' - Hirmaattota
'Oromoon Ormaa dhiiga keenya, Obboleeyyan keenya' - Hirmaattota
Baatiin dura Oromoonni Ormaa Keeniyaa Kaawuntii Taanaa Riivar keessatti argaman guyyaa Aadaa kan Oromoonni biyyattii keessaa fi biyya ollaa Itoophiyaa irraa dhufan irratti argaman qopheessanii turan.
Qophii aadaa sanarrattis gaazexessitoonni BBC Afaan Oromoo argamuun waan ture qindeessaniiru.
Hirmaattota dubbisuufi qophicharraa waan qindeessine kutaan tokkoffaan kunooti.
Dhiyaadhaa.



