Gaaddisaa Saanii: Dargaggoo roobootii hojjechuutii hanga pirojektoota rakkoo hawaasaa furanitti milkaa'aa jiru

Ibsa waa'ee viidiyoo, Gaaddisaa Saanii: Dargaggoo pirojektoota rakkoo hawaasaa furaniin milkaa'a ajiru
Gaaddisaa Saanii: Dargaggoo roobootii hojjechuutii hanga pirojektoota rakkoo hawaasaa furanitti milkaa'aa jiru

Darggaggoo Gaaddisaa Saanii jedhama. Maqaa 'Dheeraa' jedhuunis ni beekama.

'Software Engineering' barateera. Roobootii dabalatee appilikeeshinii yunivarsiitota Itoophiyaa bakka tokkotti fidan hojjeteera. Pirojektoota biroo rakkoo hawaasaa furan akka maashina daabboos hojjeteera.

Kana mara kan hojjetu garuu rakkoo keessa darbaati. Garuu rakkoon na jabeessiti jedha.

BBC dubbisee kan qopheesseera.

Daawwadhaa