''Kaayyoon koo Beeta Israa'eelota gara biyya isaaniitti deebisuudha''-Dhalattuu Itoophiyaa Israa'eelitti Ministira taate
Piniinaa Tamaanoo Shaataa jedhamti. Dhalattuu Itoophiyaa Israa'eelitti Ministira ta'uun kan jalqabaa taatedha. Kanaan dabalataanis Kaabinee Israa'eel keessatti nama gurraacha jalqabaati.
''Kaayyoon koo Beeta Israa'eelota gara biyya isaaniitti deebisuudha'' jechuun BBC'tti dubbatteetti.
Jibba sanyummaa Israa'eel keessa jiru kan guutuu addunyaatti gurraachotaarra gahuun wafakkaataa jetti.