Dargaggoo Dajanee Dagafaa mala konteenaraan gara Afrikaa Kibbaatti taasifamee lubbuu namoota 64 galaafate irraa hafe

Ibsa waa'ee viidiyoo, Seenaa dargaggoo imala konteenara lubbuu namoota 64 galaafate irraa hafe

Lammiileen Itoophiyaa Keeniyaa fi Tanzaaniyaa qaxxaamuruun Afrikaa Kibbaa galuuf yaalan 64 Moozambikitti konteenera keessatti du'an.

Biyyoota afriikaa afur qaxxaamuruun bakka yaade Afriikaa Kibbaa osoo hingaliin baatiiwwan torban darban keessatti imalarra osuma jiruu hiriyyoota isaa 64 du'aan of biraa dhabe.