Haleellaa al-Qaayidaarratti aggaammachuun 'US' dhoksaadhaan Yamanitti raawwatte saaxilame

Ibsa waa'ee viidiyoo, Haleellaa al-Qaayidaarratti aggaammachuun 'US' dhoksaadhaan Yamanitti raawwatte saaxilame

Ameerikaan haleellaa al-Qaayidaa irratti dhoksaadhaan Yaman keessatti raawwatte UN saaxila baase, haleellaa kanaan namoonni nagaa shan lubbuu dhabaniiru yoo jedhamu, Peentaagan dhimmicharratti yaada kennuurraa of qusatee jira.