Poolisii biyya hamma UK bal'attu qofaasaa eegu

Ibsa waa'ee viidiyoo, Poolisii biyya hamma UK bal'attu qofaasaa eegu baruu barbaaduu?

Poolisiin Awustiraaliyaa nageenya uummataa mirkaneessuuf guyyoota afur imaluun naanna'ee eegumsa taasisa.

Poolisiin kun yeroo imalu magaalota keessa darbu hunda keessatti namoota hedduun wal baraa adeema.

Daandii dhukkee fi cirrachaan guuterra imaluun hojjeta.