Sirna awwaalcha injinar Simmanyaw Baqqalaa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Sirna awwaalcha injinar Simmanyaw Baqqalaa

Pirojektiin Hidha Haaromsa Itoophiyaa Injinar Simanyaw gaggeessaa turan pirojektii biyyaati waan ta'eef kan inni jalqabe kun akka fiixaan ba'uuf imaanaan kan nama hundumaati jedhu.