Itoophiyaafi Eeritiraa gidduu maaltu tahaa jira?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Jijjirama dhufaa jiru hundi ija gaariin hin ilaalle

Lolli Gaanfa Afrikaa dhiiga lammiiwwan baayyee dhangalaase waggaa 20 booda xumuramuufi. Xibabesillaasee Xigaabuu kutaa BBC Afaan Amaaraa irra haala Itoophiyaafi Eeritraa ammaa ibsiti.