Paakistaanitti garaa garummaa amantaafi siyaasaan adda ta'anis bakka tokkotti awwaalamu.

Ibsa waa'ee viidiyoo, Paakistaanitti garaa garummaa amantaafi siyaasaan adda ta'anis bakka tokkotti awwaalamu.

Paakistaan keessatti garaa garummaa amantaafi ilaalcha siyaasaan balleessanii baduuniifi wal ajjeesuun waggoota hedduu lakkoofsiseera. Keessumaa amantaalee gurguddoo akka Islaamaafi Hiduu gidduutti garaa garummaa jirun kan yeroo mara wal ajjeesan ta'us hunduu garuu bakkuma tokkotti awwaalamu.