Haadha dhalattuu qabattee kutaa qormaataa seenuun dinqisiifannaa argatte

Ibsa waa'ee viidiyoo, Haadha dhalattuu qabattee kutaa qormaataa seenuun dinqisiifannaa argatte

Lammiin Afgaanistaan daa'ima ji'a lamaa qabachuun sa'aa torba imaltee kutaa qormaataa seente kanaan mee walbaraa.