Muummichi Ministiraa Dr Abiy daawwannaa Ambootti taasisan keessaa taateewwan muraasa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Muummichi ministiraa Dr Abiy daawwannaa Ambootti taasisan keessaa taateewwan muraasa
Maxxanfame

Daawwannaa Muummichi Ministiraa Dr Abiy Ahimad Ambootti taasisan irratti angawoonni mootummaa olaanoon argamaniiru. Wantoota achirratti dubbataman keessaa muraasa akka itti aanutti isiniif qindeessineerra.