Hanqinni bishaanii Godina Booranaa, dubartootaaf ba'aa kan biraati

Ibsa waa'ee viidiyoo, Hanqinni bishaanii Godina Booranaa, dubartootaaf ba'aa kan biraati

Hanqinni roobaa Godina Booranaatti mudatu dubartoonni bishaan argachuuf daandii dheeraa akka imalan isaan taasisa. Warri dhiiraa hirmaannaa akka hin qabne dubartoonni kunneen ni himu. BBC'n haala dubartoonni kunneen bishaan itti waraabbatan, bakkatti argamuun hordofeera.

Waraabbii viidiyoo: Habtaamuu Xibabuu

Gulaallii: Yaadataa Birhaanuu