Gaaffiifi deebii Mo'ataa Taphataa Cimaa Kubbaa Miilaa Afriikaa BBC 2017

Ibsa waa'ee viidiyoo, Gaaffiifi deebii Mo'ataa Taphataa Cimaa Kubbaa Miilaa Afriikaa

Mo'ataan Badhaasa Taphataa Cimaa Kubbaa Miilaa Afriikaa BBC 2017, Mohaammad Saalaah, badhaasa ulfaataa kana leenjisaa kilaba Liivarpuul Yargan Kiloopp harka fudhateera.