Kunis yeroo itti raayaan Zimbaabwee itti TVn ibsa taasiseedha

Ibsa waa'ee viidiyoo, Kunis yeroo itti raayaan Zimbaabwee itti TVn ibsa taasiseedha

Raayyaan Zinmbaabwee TV biyyattii itti to'achuun karoora isaanii ittiin beeksifatan. Akka jedhanittis, kan adamsaa jira kanneen rakkina dinagdeefi hawaasummaa biyyattii keessatti umaniidha.