Humni waraanaa dhukaasa uummata irratti bane

Ibsa waa'ee viidiyoo, Humni waraanaa dhukaasa namoota hiriiraaf ba'an irratti banee ture

Ambotti konkolaattota sukkaara fe'anii darbaa jiru jedhaman dhabsisuuf jiraattonni karaa cufan. Humni waraanaa idilee Itoophiyaas namoota karaa cufan irratti yoo dhukaasu jiraattonni naannichaa arganiiru.