Manni barumsaa Naayiroobii dhirootaa fi dargaggoo waa'ee miidhaa saalaa barsiisa.

Ibsa waa'ee viidiyoo, Dhiiroota leenjii'anii warra kaan akka miidhaa dubartoota irra hingeenyee barsiisuuf

Manni barumsaa Naayiroobii keessaa dhirootaa fi dargaggoo miidhaa jechuun maal akka ta'e barsiisa. Isaan booddees yoo geejiba uummataa irratti kan uumamu ta'e attamiin jiddu akka galan ni baratu.