Tarsdaaliin Piitar: Namni kamuu, ati dadhabduu dha akka sin jedhu hin heeyyamin

Ibsa waa'ee viidiyoo, ''Namni kamuu, ati dadhabduu dha akka sin jedhu hin heeyyamin' jetti Tarsdaaliin.

Tarsdaaliin Piitar taphattuu gosa lolaa teekwaandoo fi leenjistuu ofirraa qolannaati. Isheenis Naayijeeriyaatti murteessituuTeekwaandoo umriin gadaanaati. Badhaasa hedduus mo'atte. Isheenis ijoollee dhiiraa fi durbaa leenjisti.